Qophii Galagala Aadaa Oromoo J
Wallisaa Beekkamaa fi sabboonaan ilmaa oromoo J. Muktaar Usmaan ilmaan Oromoo Washington DC fi naannoo isii jiran sirboota aadaa fi warraaqsaa dhagahamanii hin qufamneen isin gammachiisuuf qophii galgala aadaa Oromoo qopheessee jira. Qophii kana irratti hirmaachuu dhaan maatii, hiriyaa, fi lammii keenya waliin sirboota aadaa Oromootiin akka bashannannu kabajaan isin affeerra
Guyyaa: 06/30/2007
. Bakki: 1610 Colombian Street NW
Unification Church, Washington DC.
Saa'aa: Galagala 8:00 irraa Eegalee
Galatoomaa!
Dhaamsa Jaal Muktaariif
Joobiraa